Fana: At a Speed of Life!

Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan injifatame

Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3 fi 0n injifatameera.
Dorgommii gulaallii waancaa Bahaa fi Giddugalessa Afrikaa (CECAFA) Taanzaaniyaatti gaggeeffamaa jiruun tapha jalqabaa kan taasiise gareen biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Keeniyaan 3 fi 0n injifatameera.
Gareen kun tapha itti aanu Roobii dhufu gita isaa Sudaan waliin kan taphatu ta’uu ragaan Federeeshiinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.