Fana: At a Speed of Life!

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar gale

Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar galeera.

Gareen kunis tapha Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Dubartoota Ityoophiyaa waliin Roobii dhufu taasifamu irratti hirmaachuuf Baahirdar seene jedhameera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Dubartoota Ityoophiyaa umrii 20 gadi taphaa isa jalqabaa gara Ruwaandaa imalun galchi 4 fi 0 injfachuun isaa ni yaadatamaa.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.