Fana: At a Speed of Life!

Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa Baahir Daariin gale

Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.

Garichi tapha gulaallii waancaa addunyaaf garee biyyaalessaa Ityoophiyaa waliin guyyaa boruu taasisuuf Baahir Daariin galuu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miillaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.