Fana: At a Speed of Life!

Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jira jedhame

Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT daa’immaan waraana keessatti hirmaachisaa jirachuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa naannoo Afaar ibse.
Garichi haleellaa raawwachuuf humnoota bobbaase keessatti daa’imman kan argaman ta’uu biirichi beeksiiseera.
ABUT umrii isaa dheerrafachuuf daa’imman hidhachiisee waraana keessatti hirmaachisaa akka jiru himeera.
Ityoophiyaannoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa gochaa garee Shororkeessaa kana mormaa jiraachuu kaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.