Fana: At a Speed of Life!

Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsan

Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsaniiru.

Federeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen waliin dorgommii yeroo itti aanuurratti hirmaannaa isaanii hordofee marii taasiseera

Federeshinichi gareewwan kunneen gara dorgommiitti akka deebi’an taasisuuf deeggarsa baarbaachisuu taasisuuf qophii ta’uu ragaan Federeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.