Fana: At a Speed of Life!

Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii Amajjii haaluma baatii darbeen itti fufa – Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa

Finfinnee, Muddee 28, 2014 (FBC) – Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii Amajjii haaluma baatii Muddeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiiseera.

Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa Baatii Amajjii kan xiyyaaraa dabalatee oomishni boba’aa hundi haaluma Baatii muddeen kan itti fufu ta’uu Ministeerichi ibsa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif ergeen ibseera.

Gabaa idil addunyaa bu’uura godhachuun akkaatuma barbaachisaa ta’een sirreeffamni taasiifamuu kan danda’u ta’uu beeksiisera.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.