Fana: At a Speed of Life!

Gazeexessaa buleessi  Katamaa Haylamaariyaam du’aan addunyaa kanarra boqate

 

Finfinnee, Bitootessa 25, 2013 (FBC) –  Gaazexessaa buleessi  EBC Katamaa Haylamaariyaam du’aan addunyaa kanarra boqate.

Gazeexessaa Katamaa Haylamaariyaam Raadiyoo Itoophiyaa duraanifi  FM 97.1 irratti waggoota hedduf tajaajileera.

Dhukkuba tasaatiin yaala irra kan ture Katamaa Haylmaariyaam, halkan kaleessaa dhalate waggaa 45 isaatti du’aan boqate.

Sirnii awwaalcha isaa Har’a Bitootessa 25,sa’aati 9:00 irratti  Bataskaana Quulqulluu Uraa’eel  Dabra Tsigeetti  raawwata.

 Gazeexessaa Katamaa Haylamaariyaam abbaa ijoollee lamaa ture.

Faanaa Broodkaastiing Koorporeet maatii,firoottan, waahiloota fi dinqisifattoota isaaf jajjabina hawwa.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.