Fana: At a Speed of Life!

Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) – Giddugalli gabaa Alfooz Plaazaa ebbifame.

Giddugalichi dhaabbata itti gaafatamummaan isaa murtaa’e Alfoozin kan ijaarramedha.

Giddugalli gabichaa abbaa darbii 8 yammuu ta’u, Finfinnee naannoo Garjiitti lafa kaaree meetira 3000 irratti ijaarrameera.

Ebbicharratti preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalatee, qondaaltonni federaalaa fi naannoo argamaniiru.

Giddugalli kun suuqiiwwan daldalaa 400 fi kutaalee waajjiraaf ta’an 300 qaba.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.