Fana: At a Speed of Life!

Giifti Duree aadde Zinnaashiin manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21 ijjaarrame eebbifame

Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaawtin godina Walloo kibbaa aanaa Albuukootti manni barumsa waliigalaa sadarkaa 2ffaa baasii Birrii miiliyoona 21 ijjaarrame eebbifame.

Ijaarsi mana barumsicha bara 2011 kan eegale.

Sirna eebbichaarrattis Giifti Duree aadde Zinnaash Taayyachaaw dabalatee gaggeessitoonni hojii mootumma olaanoo godinachaa fi jiraattonni naannichaa argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.