Fana: At a Speed of Life!

Giiftii duree aadde Zinnaash Barattoota qaroo dhabeeyyii 30f kennaa laaptooppii laatan

Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) – Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw Barattoota qaroo dhabeeyyii Yuunvarsiitii Finfinnee 30f kennaa laaptooppii laatan.

Barattoota kennaa kun laatameef keessa 12 shamarraan yoo ta’an 18 ammoo barattoota dhiirati.

Laaptooppichi haala baruu fi barsiisuu barattoota akkataa gaariin ni deeggara jedhameera.

Giiftii duree aadde Zinnaash wayita kennaa kana laatan barattoonni barnoota isaaniin bu’aa gaarii akka galmeessaniif ni jajjabeessa jedhan.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.