Fana: At a Speed of Life!

Godaantonni 160 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Godaantonni 160 Jibuutiirraa gara Ityoophiyaatti akka deebi’an taasifamuu Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa beeksise.

Godaantota kanneen  keessaa 32 guddattoota  yoo ta’an 23 ammoo dubartoota ta’uu eerameera.

Godaantonni 116  Yamanitti rakkoo addaa addaaf saaxilamanii gara Jibuutiitti kan imalan ta’uun ibsameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.