Fana: At a Speed of Life!

Godina Arsii Lixaatti filannoon marsaa 6ffaan namoota sagalee laachuuf galmaa’an keessaa % 92 sagalee laachuun xumurameera

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaattii filannoon marsaa 6ffaan gaggeeffamaa oole xumuramuu ibsameera.
Buufatalee filannoo garagaraatti adeemsi filannoo xumurameera.
Godinichatti filattootaa miiliyoona 1.1 kaardii filannoo fudhatan keessaa %92 sagalee laachuu itti aanaa Qindeessaan Boordii Filannoo godinichaa obbo Tasfaayee Baqqalaa himaniiru.
Godinichatti naannolee filannoo 11fi buufataalee filannoo 961 irratti adeemsi sagalee laachuu gaggeeffamaa ture rakkoo tokko malee karaa nagaan xumuramuu himaniiru.
Dabalaa Taaddasaatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.