Fana: At a Speed of Life!

Godina Giddu Gala Goondaritti namicha daa’immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) – Godina Giddu Gala Goondar Aanaa Xagadeetti namicha daa’immaan 6 haala sukaneessaan ajjeeserratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Buulchiinsaaf Nageenyaa aanichaa beeksiseera.

Qaamoleen nageenyaa hawaasa waliin qindaa’uun nama dhuunfaa daa’immaan 6 haala sukaneessaan ajjeessuun nageenya hawaasaa booreessaa ture kanarratti tarkaanfii fudhachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Bulchiinsaaf Nageenyaa aanichaa Obbo Lamlamee Axannaaw ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.