Fana: At a Speed of Life!

Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramu ibsame

Finfinnee, Waxabajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Gujiitti qophiin filannoo xumuramuu ibsameera.

Meeshaan filannoo buufataalee filannoo 572 qaqqabuu ibsameera.

Jiraattoonnii godinichaa erga sagalee keennee booda biqiltuu miiliyoona 1.1 ol dhaabuun sagantaa Ashaaraa magariisaa milkeessuuf qophiirra jiraachuu ibsameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.