Fana: At a Speed of Life!

Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2012 (FBC) –Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti Kilaashin kooviin 14 to’atame.

Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Bureetti meeshaan waraana seeraan ala daddarba ture Kilaashin kooviin 14 to’atamu poolisiin beeksise.

Ajajaan poolisii aanaa Buree komaandar Taarraqany Asaffaa akka ibsanitti meeshaan waraana kun kan qabame konkolaata minibaasi koodii AM lakkoofsa gabatee 21199 Gambeellaa gara Finfinnee imalaa otuu jiru.

Konkolaachisaan minibaasicha yeroof kan miliqe yoo ta’u, namoonni keessa turan lama to’atamaniiru.

Konkolaachisicha to’annoo jala oolchuuf hordooffiin taasifamaa akka jiru himaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.