Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) – Godinaa fi magaalaa Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame.

Istaadiyeemii magaalaa Jimmaatti gaggeessaa taasiifamerratti Kaantibaa magaalaa Jimmaa obbo Tiijanii Naasirii fi bulchaan Godinaa Jimmaa obbo Abduullaakiim Muuluu argamaniiru.

Kana duras magaalaa Jimmaa fi Godina Jimmaatti dargaggoonni marsaa lamaan Raayyaa Ittisaatti makamuun kan yaadatamuudha.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.