Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurame

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)-Godina Jimmaatti  filannoo marsaa 6ffaa nagaan xumurameera.

Godinichatti buufatalee filannoo kumni 1 fi 583 naannoolee filannoo 18 jalatti argaman filannichi karaa nagaatin gaggeeffameera.

Godinachatti namoota galmaa’aan keessaa %93 ta’aan sagaleesaanii laachuu ibsameera.

Filannichi sa’aatii sadiirratti xumuramee lakkaawwiin sagalee eegaleera.

Muktaar Tahaatu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.