Fana: At a Speed of Life!

Godina Matakkalitti hidhattoota lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaanirratti tarkaanfii fudhatameen hedduun ajjeeffamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC ) – Godina Matakkalitti hidhattoota lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaanirratti tarkaanfii fudhatameen hedduun ajjeeffamuu koreen mootummaa federaalaan hundaa’e beeksise.

Godinichatti aanootaa fi gandoota hundatti daangeffamni yeroo kaa’amu ibsameera.
Miseensi koree mootummaa federaalaan hundaa’e Birgaader Jenaraal Alamaayaw Waldee akka ibsanitti Godina Matakkalitti hidhattoota lammiilee nagaarratti miidhaa qaqqabsiisaanirratti tarkaanfii fudhatameen hedduun yoo ajjeeffaman baayyoonni ammoo booji’amaniiru.
Hojiin hidhattoota kanneen adamsuu cimee itti fufus ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.