Fana: At a Speed of Life!

Godina Matakkalitti hoggantoonni poolisii idilee fi humna addaa leenjii haaromsaa fudhataan eebbifaman

Finfinnee, Gurraandhala 17, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkalitti hoggantoonni poolisii idilee fi humna addaa leenjii haaromsaa fudhataan eebbifamaniiru.

Sirna eebbichaarratti qindeessaan Komaand Poostii Godinichaa Leetanaal Jeneeraal Asiraat Denneeroo dabalatee hoggantoonni Raayyaa Ittisaa fi mootummaa Naannoo Beenishaanguul Gumuuz argamaniiru.

Humni addaa 237 fi Poolisiin idilee guyyoota shaniif leenjii fudhataa turan leenjii isaanii Xummuruu ibsameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.