Fana: At a Speed of Life!

Godina Qellem Wallagaatti milishoonni 756 eebbifaman

Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti milishoonni 756 eebbifamaniiru.
Rakkoolee nageenyaa fi alseerummaa godinicha keessatti mul’atu maqsuuf milishoota 1917 aanaalee 11 fi bulchiinsa magaalaa 1 keessatti leenji’aa turan keessaa marsaa duraan aanaalee 4 keessatti milishoonni 756 eebbifamaniiru.
Milishoonni kunis akkaataa yakka dursanii ittisuun danda’amuun alatti tooftaalee waraanaas baratanii kan eebbifaman ta’uu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Godina Qellem Wallaggaa ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.