Fana: At a Speed of Life!

Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi’e

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Gonfoon jaarraa 18ffaa gara biyyaa deebi’e.
 
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ministira Ministeera Daldala Alaa fi Tumsa Misoomaa Dach Siigriid Kaag, hambicha deebisuuf dhufan waajjira isaaniitti simatanii mariisisaniiru.
 
Akka ragaan Waajjira Muummee Ministiraa muul’isutti gonfoon mootii kun bara 1985 eegalee badee tureera.
 
Yaata’uutii Onkololeessa 2011 Neezarlaandisitti argamee, biyyaaf deebi’uu danda’eera.
 
Mootummaan Neezarlaandis hambicha deebisuutti waan amaneef, haala mijeessera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.