Fana: At a Speed of Life!

Goondaritti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte

Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa aanaa Goondar Zuuriyaatti jabbiin luka duubaa hin qabne dhalatte.

Jabbichi aanichatti ganda Tsiyoon Sagwaajitti dhalate.

Kana dura bara Faranjootaa 2018 Indooneezhiyaatti akkasumas Bahaa Chaayinaatti jabboonni luka duraa hin qabne dhalachuu Daylii Meeyil ifoomsera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.