Fana: At a Speed of Life!

Gulaallii dhiiroota meetira 5,000 Milkeessaa Mangashaa xumuraaf darbe

Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Gulaallii dhiiroota meetira 5,000 Milkeessaa Mangashaa xumuraaf darbeera.

Ramaddii lamaan qoodamee kan gaggeeffamee dorgommiin gulaallii dhiiroota meetira 5,000 Atileet Milkeessaa Mangashaa wayita darbu, Atileet Geetinnat Waalee fi atileet Nibraat Malaak osoo darbin hafaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.