Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira

Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa  kabajamaa jira

Guyyichii akka addunyaa fi Ityoophiyaatti yeroo 18ffaaf kabajamaa kan jiru.

Guyyichaa sabaabeeffachuun Ministirri  Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan fuula miidiyaa hawaasaati akka ibsanitti, dhiiga argoomuun lubbuu du’arraa baraaruun keenna qaalii waan ta’ee galatoomaa jedhaniiru.

Kutaan hawaasa hundi keessaayu dargaggoon hojii tola oltootummaa dhiiga arjoomun aadaa godhachuun ga’eesaanii akka bahaatan waamicha dhiyeessaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.