Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan hojjettoota addunyaa qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira

Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Guyyaan hojjettoota addunyaa 47ffaan Ityoophiyaatti qophiiwwan garaagaraan kabajamaa jira.
Guyyaan hojjettoota addunyaa hojjettoonni addunyaa qabsoo seenaa qabeessa barootaaf gaggeessan, wareegama kaffalame yaadachuunii fi muul’ata gara fuulduraa dhimmoota akeekaniin kabajamaa jira.
Hojjettoonni dhaabbilee adda addaarraa walitti babba’an Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti argamuun ayyaanicha kabajaa jiru.
Hojjettoonni kunneen qaala’iinsi jireenyaa akka sirrattu, mindaan akka fooyya’uu, nageenyi waaraan akka bu’uu fi mirgoota biroo ilaalchisee gaaffii dhiyeessaniiru.
Ayyaanni hojjettoota addunyaa guyyaa boruu sadarkaa idil addnuyaatti kan kabajamu ta’a.
Zaman Bayyanaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.