Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan Affaaritti kabajameera

Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Guyyaan sabaa fi sablammoota Ityoophiyaa 15ffaan  naannoo Affaaritti kabajameera.

Magaalaa Samaraattii kabajamaa kan jiru ayyanichi hooggantoonni olaanoo naannichaa fi itti gaafatamtoonni hojii mootummaa argamuu ragaan waajjira Dhimmota kominikeeshinii Mootummaa naannoo Affaar irraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.