Fana: At a Speed of Life!

Haala bara barnootaa 2013 irratti mariin gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 12, 2013 (FBC) – Haala bara barnootaa 2013 irratti mariin gaggeeffamaa jira.
Gaggeesitootni Ministeera Barnootaa fi Hoggantootni Biiroo Barnootaa naannoo haala barnoota irratti murtoo ni dabarsu jedhamee eeggama.
Gaggeesitoonni dhimmiratti marii’achaa jiru.
Dhimmoonni marichaa guyyaa barnoonni itti eegalu, guyyaa qorammanni nannoolee fi biyyaalessaa kutaa 8ffaa fi 12ffaa itti kennamu akkasumaas komee manneen barnoota irratti dhiyaatuu irratti murtoo ni laata.
Dabalataan adeemsaa fi haala qophii sirna barnootaa haaraa gamaaggamuu fi murtoo ni laatama jedhamee eeggama.
Raawwii fi kenniinsa barnoota ga’eeyyiirrattis murtooni kennama.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.