Fana: At a Speed of Life!

Haala itti oomisha Simmintoon dabaluu danda’amurratti mariin gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Haala itti oomisha Simmintoo dabaluun danda’amu irratti hoggantoota warshaa Simmintoo waliin mariin gaggeeffamuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injinaar Taakkalaa Uumaa ibsaniiru.

Injinaar Taakkalaan fuula miidiyaa hawaasa isaaniin akka ibsanitti, marichan hoggantoota kanneen waliin oomisha simmintoo dabaluu haala dandeessisuurratti mari’achuun waliigalteerra geenyeerra jedhan.

Baatiiwwan muraasaa booda warshaalee simintoo fedhii dhagaa fi cilee biyya keessatti dhaabuuf waliigalteera gahaamuu ibsaniiru.

Gama oomishitoota simintootin hanqina dhiyyeessi meeshaalee dheedhii akka furamuuf ni hojjenna jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.