Fana: At a Speed of Life!

Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa boqatan

Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)-Haati murtii mana murtii olaanaa Ameerikaa waliigalaa Ruut Baadar Giinasbarg boqatan.

Ruut Baadar Giinasbarg umri waggaa 87tti dhibee kaansarii rajiijiidhaan magaalaa dhalootasaanii Waashingitanitti boqataniiru.

Giinasbarg falmattuu mirga dubartootaa turan.

Jalqabaa waggaa kanaarratti Giinasbarg dhukkubni kaansarii duraan qaban itti deebinaan yaalii keemooteeraappii taasisa turaniiru.

Giinasbarg dubartii beekamtuu yoo ta’an, dura buutuu Libaraalota Ameerikaa ta’uunis tajaajilaniiru.
Giinasbarg mana murtiichatti nama umrii dheeraa qabanii fi dubartii lammataa Ameerikaa waggaa 27f tajaajilanidha.

Maddi:-BBC
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.