Fana: At a Speed of Life!

Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to’ataman

Finfinnee, Bitootessa 7, 2012 (FBC) –Haguuggii funyaanii fi afaanii Birrii 500 gurgurraan beeksisaa kan turan to’ataman.

Namoonni to’annaa jala oolan sadi’i.

Namoonni kanneen fuula miidiyaalee hawaasatiin beeksisaa turuu Qajeelchi Poolisii Kutaa Bulchiinsa Magaalaa Araadaa beeksiseera.

Shakkamtoonni kanneen dawaalee bakka kuusuun dhoorkaa ta’etti kuusanii qabamaniiru.

Dawaalee fayyisuun isaanii hin mirkanaa’inis Birrii kuma 3 gurguraa turaniiru.

Shakkamtoonni eeyyama daldalaa fi nagahee hin qaban jechuun Tajajailli Oduu Ityoophiyaa beeksiseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.