Fana: At a Speed of Life!

Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ityoophiyaa – Somaaliyaa

Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Somaaliyaa waliin ni taphata.

Gulaallii waancaa Seekaafaaf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Somaaliyaa waliin Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti ni taphata.

Taphichi sa’aatii 10:00 irraa eegalee kan gaggeeffamu yoo ta’uu, ramaddii kana keessa kan jiran Ugaandaa fi Burrundiin sa’aatii 7:00 irratti kana taphatan ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.