Fana: At a Speed of Life!

Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman haaromsuun barbaachisaadha- Obbo Dammaqaa Makonnin

Finfinnee, Bitootessa 11, 2015 (FBC) – Hariiroo seena qabeessa Itoophiyaafi Yaman hariiroo uummataa haalaan fayyadamuun haaromsuun barbaachisaa ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin ibsan.

Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Yaman Ahimad Awaad waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin haala yeroo Ityoophiyaarratti Obbo Dammaqaan ibsa kennuu eerameera.

Hariiroo seena qabeessa biyyoota lameenii hariiroo uummattootaa haalaan fayyadamuun haaromsuun barbaachisaa ta’uu hubachiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.