Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni Barnootaa duula birmaddummaarratti akka hirmaataniif  barnoonni sadarkaa 2ffaa Sadaasa 27 hanga Muddee 3tti cufamuufi

Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) -Hawaasni Barnootaa duula birmadduummaarratti galaa qopheessuu, oomishaa midhaan dultoota walitti qabuu fi kanneen biroorratti akka hirmaataniif  barnoonni sadarkaa 2ffaa Sadaasa 27 hanga Muddee 3tti cufaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnoota Proofeesar Birhaanuu Naggaan beeksisaniiru.

Waqti murta’aa barnoonni itti cufamuu kanaatti barsiisoonni gahee biyyummaasaanii akka ba’aataan ni eegama.

Barsiisoonni midhaan waliitti qabu aakkasumas qopheessummaa galaarratti gaheesaanii bahu akka qaban ibsaniiru.

Manneen barnoota wayita cufamanitti barattootaaf hojii barnoota bakka buusuu kan laatamuu yoo ta’u, yeroo itti manneen barnoota cufamanitti itti gaafatamummaa keenya ba’uu qabna jechuun proofeeseer Birhaanuun himaniiru.

Hojiicha galmaan ga’uufis Ministeerri Barnoota biirolee barnoota naannolee waliin waliigaleera.

Hayleyeesuus Mokonninii fi Tsaggaaye Wandesantuu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.