Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu Waajjiirri Muummee Ministiraa yaadachise

Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Gareen yakkamtootaa Iimeelii Muumme Ministiraa duraarra odeeffannoo ergameera jechuun fakkeessuu fi deebii sobaa laachaa jiraachuu Waajjirrii Muummee Ministiraa yaadachiiseera.

Waajjirichi hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu yaadachiseera.

Kanarra darbees sochiiwwan shakkisisoo fi badii qaqqabsiisaan qaamolee seeraaf akka beeksisaan waamichaa dhiyeessera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.