Fana: At a Speed of Life!

Hinditti sa’aatii 24 darbetti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 86 ol koroonaan qabaman

Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbetti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 86 fi 452 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa biyyattii beeksiseera.
Sa’aatii 24 darbetti lubbuun namoota kuma 3 fi 498 darbeera.
Indiyaatti hanga ammaatti namoota miiliyoona 18 fi kuma dhibba 7 fi kuma 62 fi 976 vaayrasichaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma dhibba 2 fi kuma 8 fi 330 darbeera.
Indiyaan Ameerikaatti aantee baayy’ina namoota vaayrasichaan qabamaniin sadarkaa 2ffaarratti argamti.
Maddi:-Reuters
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.