Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsa RIB magaalaa Ambootti gaggeeffame

Finfinnee, Caamsaa 20,2015(FBC)- Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti gaggeeffameera.

Hawaasni godinichaa dhaadannoowwan deeggarsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa Dhiiga Keenya, Raayyaa Ittisa Biyyaatti kan bu’e ija keenyatti bu’eefi kaan dhageessisuun deeggarsa isaanii ibsaniiru.

Mulugeetaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.