Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi ogeeyyii olaanoon dhaabbilee Istaatistiiksii biyyoota Afrikaa adda addaarraa dhufan Godaambaa Saayinsii daawwataniiru.

Daawwannaa isaanii tajaajilootaa fi oomishaalee Saayibaraa bulchiinsa Nageenya Odeeffannoon dhiyaatan dabalatee, oomishaalee Inistityuutii Intalajansii Artefishaalii fi Ityoo Teeleekoomii daawwataniiru.

Bu’aalee Kalaqaa fi Teeknooloojii Godaambicha keessatti arganitti gammaduu dubbataniiru.

Godaambichi Afrikaanoota hunda kan boonsu ta’uu dubbachuu isaanii ragaan Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoorraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.