Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni juuntaa TPLF haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti akka raawwatamu qindeessaniifi hogganan gaafatamuu qabu jedhame

Finfinnee, Amajjii 16, 2013 (FBC) – Hoggantoonni juuntaa TPLF haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti akka raawwatamu qindeessaniifi hogganan gaafatamuu qabu jedhame.

Jarreen juuntaa balleessaa raawwatameef itti gaafatamtoota jedhan hidhattoonni TPLF duraanii.

Dargaggoonni baatiiwwan lamaan darbaniif deeggarsa Koomishiinii Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaatiin giddugala leenjii Ajajaa Kibbaatti leenjiirratti argamu.

TPLF isaanitti fayyadamuu isaatti kan gaabban taúu ibsaniiru.

Dargaggoonni kunneen haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwatame dogoggoora seenaa hojjetame ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.