Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame furuufirratti kutaalee hawaasaa garagaraa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)  – Hoggantoonni olaanoo Federaalaa fi naannoo rakkoo godina Matakkal aanaa Bulaanitti uumame furuufirratti kutaalee hawaasaa garagaraa waliin mari’atan.

Marichi rakkoo naannoo Beenishaanguul Gumuuz godina Matakkaal aanaa Buleenitti uumame hundeerra furuuf kutaalee hawaasaa dhimmichi isaan ilaalatu waliin magalaa Gilgil Balasitti taa’uu ragaan wajjira dhimmoota kominikeeshinii mootummaa godinicharra argame ni muldhisa.

 

Maricharratti Itti Anaa Muummee Ministiraa obbo Dammaqaa Mokonniin, Ministeera Nageenya aadde Mufaariyaat Kaamil, preezdaantii Beenishaanguul Gamuuz obbo Ashaadilii Hasan, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Tamasgan Xirunaah, hogganaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo Binaalfi Andu’aalemii fi hoggantonni olaannoo fedeeraalaa fi naannoolee biroon argamaniiru.

 

 

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.