Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Ityoophiyaa miseensoota Koongirasii Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Ityoophiyaa Ameerikaa fi Kaanadaa jiraataan miseensoota Koongirasii Ameerikaa Waashiingitan Diisiitti  mari’ataniiru.

Mariichaan dhugaa Ityoophiyaa miseensoota Kongirasiif hubachiisuun isaanii beekameera.

Hoggantoonni kunneen haaluma walfakkatuu hoggantoota Ministeera Dhimmaa Alaa fi Seenaatarootaa Ameerikaa waliin mari’chuuf beellamaa qabachuun isaanii ibsameera.

Hoggantoonni mana amatichaa hoggantoota kanneen waliin walarguun ejjennoo burjaja’aa Ameerikaan Ityoophiyaarratti qabattee jirtu sirreessuuf ni gargaraa jedhamuu ragaan yaa’ii dhaabbilee amataarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.