Fana: At a Speed of Life!

Hojiin qaama Jenereetara Hidha haaromsaa sochoosu teessisuu milkiin xumuramuu ibsame

Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Hojiin qaama Jenereetara Hidha haaromsaa sochoosu teessisuu milkiin xumuramuu ibsameera.

Yuunitoota hidha haaromsaa yeroo dhiyootti anniisaa maddisiisuu eegalan keessaa Tarbaayina yuuniitii 10 irratti hojiin qaama Jenereetaraa sochoosu teessisuu milkiin xumuramuu ibsamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksiiseera.

Rootariin qaama waliin Toonii 840 kan ulfaatan yoo ta’u, qofaa isaa Toonii 780 kan madaalu ta’uu ibsameera.

Daayimeetiriin isaa meetira 11.7n kan dheeratu ta’uu himameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.