Fana: At a Speed of Life!

Hojiin Suphaa Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa xummuramuun daawwattootaaf banaa ta’e

Finfinnee, Eebila 7, 2013 (FBC) – Hojiin Suphaa naannoo Dhagaa Dhaabbii Xiyyaa xummuramuun daawwattootaaf banaa ta’uu Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii beeksiise.
Hojii suphaa naannoo ga’umsa dhagaa Dhaabbii Xiyyaa Ministeera Aadaa fi Tuurizimii fi Abbaa Taayitaa Eeggumsa Hambaaleetu qindoominaan hojjechaa ture.
Hojiin suphaa, boo’iin lolaa, miidhaagsuu fi hojiileen fakkii kaasuu hojjetamuu ragaan Ministeera Aadaa fi Tuurizimiirraa argame ni muul’isa.
Dhagaan Dhaabbii Xiyyaa bara Faranjootaa 1980 galmee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Idil Addunyaa (UNESCO)tti galmaa’uun isaa ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.