Fana: At a Speed of Life!

Hojiiwwan gaariifi kaka’umsaan hojjetaman akkasii babal’suu qabna jedhan Dr Abiy Ahimad

Finfinnee, Hagayya 3, 2012 (FBC) – Hojiiwwan gaariifi kaka’umsaan hojjetaman akkasii babal’suu qabna jedhan Dooktar Abiy Ahimad.

Mummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakkeewwan kosiin itti gatamu fedhiidhaan gara bakkeewwan bu’a qabeessa ta’anitti jijjiiranii iddoo ijaaf tolu qofa utuu hinta’iin qonna magaalaatiif hojiirra oolchuun kan galateeffamudha jechuun fuula Feesbuukiisanirratti beelsianiiru.

Itti yaaduu! Kalaquu!

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.