Fana: At a Speed of Life!

Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaanaa ce’anii imalaa turan baraaraan

Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Hojjettoonni lubbuu baraaraan baqattoota 700 ol galaanaa ce’anii imalaa turan baraaraaniiru.

Baqattoota 700  ol qarqaraa Libiiyaa fi Maaltaa galaanaa ce’anii imalaan tura hojjettoota lubbuu baraaraniin baraaramaniiru.

Torbee kana baqattoonni qarqaraa Libiiyaa fi Maaltaa galaanaa Meeditriniiyaan ce’anii gara Awurooppaa seenuuf yaalaa turan jedhameera.

Bara kana yaalii wal fakkataa taasifameen lubbuun namoota 900 darbeera.

Maddi:-BBC

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.