Fana: At a Speed of Life!

Hooggansii fi miseensoonni nageenya yakka ittisaanii fi olaantummaa seeraa kabachiisu komishinii poolisii federaalaa dhiiga arjooman

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC)- Hooggansii fi miseensoonni ittisa yakkaa fi olaantummaa seeraa kabachiisuu  komishinii poolisii federaalaa Ityoophiyaa dhiiga arjoomaniiru.

Komishinii poolisii federaalaatti hooggantoonni fi miseensoonni daayreektooreetiin ittisa yaakkaa fi kabachiisaa seeraa 600 ol ta’aan raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.