Fana: At a Speed of Life!

Hooggantoonni mootummaa olaanoon jiraattoota godina Beenchi Shakkoo waliin marii taasisaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2013 (FBC) – Hooggantoonni mootummaa olaanoon naannoo Kibbaatti jiraattoota godina Beenchi Shakkoo waliin marii taasisaa jiru.
 
Marii kanarratti Af yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoo, Itaamaajoor Shuumiin Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Adam Mahammad, Komishinarri Komishinii Federaalaa Jeneraal Indaashaw Xaasoo fi itti aanaa Preezdaantii naannoo Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw dabalatee hoogantoonno olaanoo mootummaa federaalaa fi naannoolee argamaniiru.
 
Akkasumas rakkoo nageenyaa tibbana uumameen lammiileen qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’anii fi bakka buutoonni hawaasaa maricharratti hirmaatanii.
 
Maddi:-TOI
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.