Fana: At a Speed of Life!

Hoolaan miilla hin qabne dhalatte

Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)-Godina Shawaa Kaabaa aanaa Maanz Maammaa Midiiritti hoola miilla hin qabne dhalachuun ishee dhaga’ameera.
Aanichaatti ganda Gurmee jedhamu keessaatti kaleessaa galgalaadha hoolaa dhaltuun dhalateetti.
Itti gaafatamaan waajjira kominikeeshinii aanichaa obbo Shifarraa Lammaa, yeroo amma kana hoolaattin haala gaariirra jiraachuu ibsaniiru.
Kana duraa godinichatti hoolaan miilla 5 qabdu dhalattee turu ibsameera.
Abbabaa Yeshaawali’uultu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.