Fana: At a Speed of Life!

Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa’e

Finfinnee, Bitootessa 21, 2012 (FBC) – Hoospitaalli Chaayinaa Siilk Rood weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf akka oolu murtaa’e.

Hoospitaalichi meeshaalee qabu waliin weerara vaayrasichaa qolachuurratti akka tumsu murtaa’era.

Bulchiinsi hoospitaalichaa akka beeksisetti hoospitaalichi weeraricha ittisuuf, Koree Qindeessaa Deeggarsa Yaalaa fi Tursa Addaa Biyyoolessaatif laatera.

Siree yeroo 15 kan qopheesse yammuu ta’u, haala jiru ilaaluun kan dabalu ta’uu beeksiseera.

Wallaannamtoonni hoospitaalichaa gara birootti dabarfamaniiru.

Sirna walarkaa fuudhinisichaarratti Haati Alangee Waliigalaa Federaalaa aadde Adaanach Abeebeen argamaniiru.

Aadde Adaanach deeggarsa taasifameef galateeffataniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.