Fana: At a Speed of Life!

Hospitaala Qidduus Phaawuloosiitti Xannachi Kiiloo Giraamni 21.7 nama tokko keessaa ba’e

Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloosiitti maanguddoo umrii waggaa 62 keessaa yaala baqaqsanii yaaluun Xannachi Kaansarii Kiiloo Giraamni 21.7 ba’uu ibsameera.
Maanguddoon yaalli taasiifameef yeroo ammaa dandamachuun gara mana isaanii deebi’uu ragaan Koolloojjii Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus Phaawuloosii argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.