Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Axaayyee sababa waraanaatin barbadaa’ee gariin tajaajila laachuu eegalu ibsameera.

Hoji gaggeessaan hospitaalicha obbo Araggaaw Gizaaw Faanaa Broodkaasting Koorporeetiif akka himanitti, hosptaalichi barbadaa’us mootummaa fi deeggarsa dhaabbilee dhuunfarra taasifamafi jiraachuu himaniiru.

Hospaatilichi walla’aansa baqaqsanii yaalu jalqabuuf rakkoon meeshaalee yaala jiraachuu kan kaasaan obbo Araggaan, mootummaa hojii deebisanii dhaabuu akka itti fufuus gaafataniiru.

Salamaawwit Mulunaahitu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.